kanaslaali : flare, flashback

Afaan Ingiliffaa

  • flash
  1. balaqqeessa, calanqeettii (kan bakakkaa fi kkf)
  2. aankii loltootaa (gatiittii irratti kan maxxanfamu)

Gochima

  1. balaqqisuu
  2. waan tokko agarsisuu